የአባገዳዎችና ሀደ ሲንቄዎች ጥሪ
ታህሳስ 1/2017
አዳማ
በኦሮሚያ ክልል አዳማ ከተማ ከታህሳስ 7/2017 ጀምሮ የሚካሄደው የአጀንዳ ማሰባሰብ የምክክር መድረክ እንዲሳካ የበኩላቸውን ድርሻ እንደሚወጡ አባ ገዳዎችና ሀደ ሲንቄዎች ገለፁ።
በጀስቲስ ፎር ኦል አስተባባሪነት በምክክሩ ዙሪያ ለሁለት ቀናት ባደረጉት ውይይት የኮሚሽኑን ስራ እንደሚደግፉ አረጋግጠዋል።
የምክክሩ ተሳታፊዎች በምክክር መድረኩ ለመሳተፍ ዝግጅት እንዲያደርጉም ጥሪ አቅርበዋል።
Waamicha Abbootii Gadaa fi Haadholii Siinqee
Muddee 1/2017
Addaamaa
Naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti Muddee 7/2017 irraa eegalee waltajjii ajandaa marii walitti qabuu gaggeeffamu milkeessuuf ga’ee isaanii akka bahan Abbootiin Gadaa fi Haadholiin Siinqee ibsaniiru.
Marii guyyoota lamaaf qindeessummaa dhaabbata Justice for All jedhamuun taasifameerratti hojii komishinichaa akka deeggaran mirkaneessaniiru.
Hirmaattonni marichaa waltajjii marii kanarratti hirmaachuuf qophii akka taasisan waamicha dhiyeessaniiru.