የኢትዮጵያ ሀገራዊ ምክክር ኮሚሽን

በኦሮሚያ ክልል የወረዳ የማኅበረሰብ ክፍሎች አጀንዳ የማሰባሰብ ምክክር እየተካሄደ ነው።

oromia 06
8/4/2017
በኦሮሚያ ክልል አዳማ ከተማ ትናንት ጠዋት በይፋ በተከፈተው የምክክር መድረክ ከ356 የክልሉ ወረዳዎች የተወጣጡ ከ7000 በላይ የማኅበረሰብ ክፍል ወኪሎች የአጀንዳ ማሰባሰብ የምክክር መርሐግብር ጀምረዋል።
በአጀንዳ ማሰባሰብ ሂደቱ ላይ እየተሳተፉ የሚገኙት የማኅበረሰብ ክፍሎች ሴቶች፣ ወጣቶች፣ ዕድሮች፣ መምህራን፣ የመንግሥት ሠራተኞች፣ ራሳቸውን የማገልጹበት መተዳደሪያ ያላቸው፣ ተፈናቃዮች፣ በባህላቸውና በሙያቸው ምክንያት የተገለሉ፣ ነጋዴዎች እና የማኅበረሰብ መሪዎች ናቸው።
ተሳታፊዎቹ በ4 ክላስተር እና በ640 ጥቃቅን ቡድኖች ተከፍለው የሚመካከሩ ሲኾን፤ የወረዳ የኅብረተሰብ ክፍል ወኪሎቹ ምክክራቸውን እስከ አርብ ታኅሳስ 11/2017 ዓ.ም ድረስ ይቀጥላሉ።
ENDC /Afaan Oromoo
Muddee 8/2017
Adaamaa
Naannoo Oromiyaatti mariin ajandaa kutaalee hawaasaa aanaalee walitti qabuu eegalameera.
Waltajjii marii kaleessa ganama naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti ifatti baname irratti bakka bu’oonni kutaalee hawaasaa 7000 ol ta’an aanaalee naannichaa 356 irraa walitti dhufan marii ajandaa walitti qabuu kanarratti kan hirmaatan ta’uun himameera.
Kutaaleen hawaasaa adeemsa ajandaa marii walitti qabuu kana irratti hirmaachaa jiran kunniini dubartoota, dargaggoota, barsiisota, hojjettoota mootummaa, afooshaalee, buqqaatota, kanneen sababa aadaa fi ogummaa isaaniitiin dhiibaman(marginalized),daldaltootaa fi hoggantoota hawaasaa fa’a.
Hirmaattonni kun kilaastara 4 fi garee xixiqqaa 640tti qoodamaniiru. Mariin bakka bu’oota kutaalee hawaasa aanichaa hanga Jimaata dhufu Muddee 11/2017tti itti fufa.