የኢትዮጵያ ሀገራዊ ምክክር ኮሚሽን

#ኦሮሚያ ክልል

oromiya. preparatory design new

#ኦሮሚያ ክልል

#ህዳር 30/2017 ዓ.ም

የኢትዮጵያ ሀገራዊ ምክክር ኮሚሽን በኦሮሚያ ክልል የአጀንዳ ማሰባሰብ ምክክር ምዕራፍን ለመጀመር ዝግጅት እያደረገ ይገኛል፡፡

መርሃ-ግብሩ ከታህሳስ 7 እስከ 15 ቀናት 2017 ዓ.ም ድረስ በአዳማ ከተማ ይካሄዳል፡፡

በሂደቱም፦

👉7020 የወረዳ የህብረተሰብ ክፍል ወኪሎች

👉356 ወረዳዎች

👉1700 የክልል ባለድርሻ አካላት

👉48 ሞደሬተሮች

👉356 የክልሉ ተባባሪ አካላት

👉150 በጎ ፈቃደኛ ተማሪዎች ይሳተፋሉ፡፡

Komishiniin marii biyyaalessaa Itoophiyaa marsaa marii ajandaa walitti qabuu naannoo Oromiyaatti eegaluuf qophii isaa xumuree jira.

Sagantaan kun Mudde 7 hanga 15/ 2017 magaalaa Adaamaatti kan gaggeeffamu ta’a. Adeemsa kanaan:

• Aanaaleen 356 qaama adeemsa kanaa ta’u,

• Bakka bu’oonni kutaalee hawaasa 7020 qooda fudhatu,

• Qooda fudhattoonni naannoo 1700 keessatti hirmaatu.

• Haala mijeessitoonni 48 maricha ni qindeessu,

Deeggarttoonni 356 adeemsa kana ni deeggaru;

• Tola ooltonni /barattoonni 150 adeemsa kana karaa adda addaatiin ni gargaaru.